ADULT MIGRANT ENGLISH PROGRAM
ATI HIREE QABDA?
Ingilliffa Foyyaa'aa
Jireenya Foyyaa'aa
Dhufawwan haaraa barnoota Ingilliffa Biliisaa
Waa’ee Sagantaa Ingiliffa Godaansa Ga’eessaa
- Barachuu Ingiliffa hojiin jireenyaaf,hojjechuu fi barachuu Awustiraaliyaa keessatti.
- Akkamitti argachuu barumsa mootumma fi tajaajiiloota hawaasaa.
- Hirriyoota haaraa uumuu kan amma Awustiraaliyaatti sochoo’aan.
- Hojiif amma qophaa’u yookiin barachuu fi fulduura keef karoorsuu.
Ulaagaa mijaawaa
- Ati ni qabda maatii,dandeeffame,namummaa,warra yookiin viisaa yeroo gabaabaa mirkannaa‘e.*
- Ati kan dubbaachhuu/dubbiisuu/barreessuu Ingiliffaa hin dandeesu yookiin Ingiliffa kee fooyyeesuu.
- Ati umrii 18 oli. Ga’eesootni godaansa muraasa umrii 15-17 tarii kan mijaawu ta’a.
*Maaloo hubadhu Viisaawwan yeroo murtaa’eef mirkannaa’e kan hin hammaanne hojii fi ayyaana viisaa,hojjechuu ayyaana viisaa yookiin viisaawwan daawwataa.
Carraawwan barachuu jijjiiramaa
- Barachuu yeroo-guutuu yookiin kallatiiwwan qarqara Queenslaaandii.
- Kan deegaramte ta’i karaa fedhii qo’achuu manaa yookiin yoo ati yeroo-guutuu barachuu hin dandeenye.
- Barachuu sararairraa karaa barnoota fagoo.
Ani daree keessatti maal baradha ta’a?
- Hirmaadhu daree sadarkaa Ingiliffa siif mijaawu.
- Kan deegaramte ta’a karaa biroowwan Walitti Hawaasaa fi AMEP kee Dhimma Hogganaa yeroo ati baratu.
- Baradhu waa’ee bakkahojii afaan Awustiraaliyaa,aadaa fi shaakkaliiwwan.
- Qo’achuu gahuumsa Ingiliffaa dabalataa yoo ati qabaate barnoota murtaa’e yookiin kan dhimmoota dandeetti barachuu kee hubu.
- Gahuumsa kunuunsadaa’imma bilisaa yeroo Ingiliffa barachuu (dhimma gara mijaawummaa).
- Gaaffiiwwan afaaniif qopheesuu fi barreesuu ittifufuu.
Gaafachuu amma waa’ee waan baratamaanii Ingiliffa keenyaa

The AMEP is funded by the Australian Government Department of Home Affairs. In Queensland, the AMEP is delivered through TAFE Queensland.
After a life-changing move to Australia, 18-year-old Pitak found safe ground at TAFE Queensland.
In Rockhampton, three migrants have found employment in their fields since joining the Adult Migrant English Program at TAFE Queensland.
AMEP student Karina is reaching new heights! Her journey from being the first female fighter pilot in Chile to passing the Australian Aviation Exams and resuming her commercial aviation career is nothing short of inspiring.
Monica Agoth is from South Sudan, having relocated to Australia as a refugee with her mother and seven brothers and sisters in August 2003. What followed was a very tough journey of education, working hard and career successes — with TAFE Queensland playing an integral role, every step of the way.
Awards, degrees, and new business ventures: Brisbane refugees are forging impressive pathways after finding settlement support at TAFE Queensland.
After brushing up on her English skills at TAFE Queensland through the Adult Migrant English Program (AMEP), Candice is now working as a dental assistant with Queensland Health.
Escaping genocide in 2014, for Maysaa Shani Baqi the past 10 years have included both challenges and opportunities — from moving to Toowoomba and studying with the Adult Migrant English Program (AMEP) to employment with TAFE Queensland and now a new career focus.
TAFE Queensland is celebrating Miriam ‘Mim’ Davies, whose work at our Inala campus (and beyond) has earned her a spot on the finalists’ podium for the Australian Training Awards on Friday 6 December 2024.
Astri stepped into the TAFE Queensland classroom with one major goal: connecting with fellow migrants. Before she knew it, she had built a networking community from the ground up.
Growing up in the small village of Tell-Banat, Sinjar in Iraq, Qaharaman Khudhur spent countless hours in the kitchen with his mother. It was here he was taught his country’s traditional dishes – rich in spices and fragrance, and their secrets – experiences that would ‘serve’ to motivate him when he eventually left his home country.
After finding settlement support at TAFE Queensland, Iraqi refugee Khaled Omar is giving back to the Toowoomba community at The Basement Soup Kitchen.
After finding settlement support at TAFE Queensland, Iraqi refugee Nassar Yohanna is giving back to the South Brisbane community by volunteering at Emmanuel City Mission.