Personalise my view
Personalise my view

😊 Personalise my view

We use cookies, including those from third-party providers, to enhance your online experience and deliver personalised advertisements. By using our website, you consent to our use of cookies and our privacy policy

ADULT MIGRANT ENGLISH PROGRAM

ATI HIREE QABDA?

Ingilliffa Foyyaa'aa
Jireenya Foyyaa'aa
Dhufawwan haaraa barnoota Ingilliffa Biliisaa

Waa’ee Sagantaa Ingiliffa Godaansa Ga’eessaa

  • Barachuu Ingiliffa hojiin jireenyaaf,hojjechuu fi barachuu Awustiraaliyaa keessatti.
  • Akkamitti argachuu barumsa mootumma fi tajaajiiloota hawaasaa.
  • Hirriyoota haaraa uumuu kan amma Awustiraaliyaatti sochoo’aan.
  • Hojiif amma qophaa’u yookiin barachuu fi fulduura keef karoorsuu.

Ulaagaa mijaawaa

  • Ati ni qabda maatii,dandeeffame,namummaa,warra yookiin viisaa yeroo gabaabaa mirkannaa‘e.*
  • Ati kan dubbaachhuu/dubbiisuu/barreessuu Ingiliffaa hin dandeesu yookiin Ingiliffa kee fooyyeesuu.
  • Ati umrii 18 oli. Ga’eesootni godaansa muraasa umrii 15-17 tarii kan mijaawu ta’a.

*Maaloo hubadhu Viisaawwan yeroo murtaa’eef mirkannaa’e kan hin hammaanne hojii fi ayyaana viisaa,hojjechuu ayyaana viisaa yookiin viisaawwan daawwataa.

Carraawwan barachuu jijjiiramaa

  • Barachuu yeroo-guutuu yookiin kallatiiwwan qarqara Queenslaaandii.
  • Kan deegaramte ta’i karaa fedhii qo’achuu manaa yookiin yoo ati yeroo-guutuu barachuu hin dandeenye.
  • Barachuu sararairraa karaa barnoota fagoo.

Ani daree keessatti maal baradha ta’a?

  • Hirmaadhu daree sadarkaa Ingiliffa siif mijaawu.
  • Kan deegaramte ta’a karaa biroowwan Walitti Hawaasaa fi AMEP kee Dhimma Hogganaa yeroo ati baratu.
  • Baradhu waa’ee bakkahojii afaan Awustiraaliyaa,aadaa fi shaakkaliiwwan.
  • Qo’achuu gahuumsa Ingiliffaa dabalataa yoo ati qabaate barnoota murtaa’e yookiin kan dhimmoota dandeetti barachuu kee hubu.
  • Gahuumsa kunuunsadaa’imma bilisaa yeroo Ingiliffa barachuu (dhimma gara mijaawummaa).
  • Gaaffiiwwan afaaniif qopheesuu fi barreesuu ittifufuu.

 Gaafachuu amma waa’ee waan baratamaanii Ingiliffa keenyaa

AMEP and TAFE Queensland logo

The AMEP is funded by the Australian Government Department of Home Affairs. In Queensland, the AMEP is delivered through TAFE Queensland.

Related news and events